山东冠县富沃德复合材料有限公司年产32万吨...
Appearance
百度 而当伤者痊愈后拎着物品亲自登门表示感谢时,巩文元却婉言谢拒。
Budizim amantii biyya Hindiitti barsiisa Guatama Buddha irra hunda'uun jalqabeedha. Barsiisni isaa sududaan Neeppaal irraa ka'uun gara jiddugala Eeshiyaa fi Yuurooppi keessatti babal'ate. Budizim Eeshiyaa kibbaa keessatti bay'ee kan hordofamu yoo ta'u akka addunyaatti dhibbeentaan 7 hordoftoota isaati.
Namootni garii budizim akka falaasamatti ilaalu gariin immoo akka karaa jireenya dhugaa itti barbaadanitti ilaalu garuu namootni baay'een Budhizim akka amantiitti kan ilaalan. Afaan Paaliin (Pali) jechi budha jedhu nama dammaqe jechuudha.
Wabii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Amantii |
Budizimii | Hinduuyizimii | Judaayizimii | Waaqeffannaa | Islaamaa | Kiristaanummaa |